Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi’uufi

Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi’uufi.

Imbaasiin Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti argamu Koomiishinii Gamtaa Awrooppaa fi Dhaabbata Baqattoota Addunyaa waliin ta’uun Ityoohiyaanota hidhaarra turan kanneen gara biyyaatti deebisuuf qophii xumureera.

Lammiilee kanneen gara biyyaatti deebisuu fi of dandeessisuufis hojjetamaa jira jedheera imbaasichi.

Ambaasaaddar Yoonaas Yooseef jila Gamtaa Awrooppaa fi Dhaabbata Baqattoota Addunyaa waliin mari’achuun lammiilee kanneen gara biyyaa deebisuuf waliigalteerra ga’aniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.