Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame.

Saa’ud Arabiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdullaziiz Ahimad, eeyyama jireenya seeraa qabeessa kan hin qabne Ityoophiyaannonni hedduun biyyattitti akka argaman ibsaniiru.
Ta’uus lammiilee kanneen nageenyi isaanii eegamuuf mootumma Sawuudii waliin waloon hojjeecha jiraachuu ibsaniiru.

Haaluma wal fakkatuun Emmireetoota Araba Gamtoomani eeyyama jireenyaa kan hin qabne lammiileen Ityoophiyaan hedduun akka argaman biyyattitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Suleemaan Daddafoo ibsaniiru.

Maddi:-TOI

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.