Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni kumni 1 fi 71 Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Saa’ud Arabiyyaatti haala rakkisaa keessa kan turan lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 71 gara Ityoophyaatti deebi’aniiru.

Lammiilee deebi’an keessaa 206 dubartoota, 92 daa’immanii fi kaan guddaattoota umriin isaanii 18 gadii ta’uu ibsameera.

Lammiilee deebi’aniif deeggarsaa fi kunuunsi taasifamuun buufata turtii qophaa’eef qubsiifamuu ragaan Ministeeraa Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaarraa argame ni mul’isa.

Hanga ammaatti hojii lammiilee biyya alaarraa deebisuu gaggeeffameen Ityoophiyaanonni kumni 53 fi949 deebifamaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.