Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni Chaayinaatti barataan qabeenya tuuriizimii biyya isaanii beeksisan

Finfinnee Waxabajjii 5, 2015 (FBC)-Lammiileen Ityoophiyaa Yuunivarsiitii Jiiliin Chaayinaatti baratan, qabeenyaalee aadaa fi tuuriizimii biyyaa isaanii hawaasa yuunivarsiitichaaf beeksisuun ibsame.

Barattoonni kunneen saganticha walta’iinsa hawaasa Ityoophiyaa naannawicha jiraatan waliin ta’uun kan qopheessaniidha.

Qophii isaanis, feestivaala waggaa yuunivarsitichaarratti kan dhiyeessan ta’uu ragaan Chaayinaatti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Hojii beeksisichaarratti nyaata aadaa, bakkeewwan hawata tuuriizimii fi seenaa Ityoophiyaa kan argisiisaan dhiyaachuun eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.