Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni Ameerikaa jiraatan lammiilee miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20 walitti qaban

Finfinnee, Muddee 6, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni Ameerikaa Fiiniiksii fi Ariizoonaa jiraatan lammiilee garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra gaheef Doolaara kuma dhibba 1 fi kuma 20 walitti qabuu ibsame.

Ameerikaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Fitsum Araggaan miseensota hawaasa Ityoophiyaanota Fiiniiksii fi Ariizoonaa akkasumas qaamolee deeggarsicha walitti qaban galateeffataniiru.

Yoo wal gargaarre ni guddanna jechuun gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ergaa dabarsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.