Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni 90 Libaanoos irraa gara biyya isaanitti deebi’an

Finfinnee, Muddee 7, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 90 Libaanoos irraa gara biyya isaanitti deebi’aniiru.
Lammiilee kanneen keessaa 10 daa’imman ta’uu Wajjiiri Dubbi Himaa Ministira Dhimma Allaa ibseera.
Lammiileen kunneen gara biyya isaanitti akka galaniif, dhaabbata tola oolaa Aaliyaansi jedhamu dayaaspooroota lammiilee Ityoophiyaan kan hundaa’e waliin ta’uun eerameera.
Wayita lammiileen kunneen buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’anittti bakka bu’aa Daayreektoreeti Waliigalaa Dhimmoota Qonsilaa Ministeera Dhimma Alaa fi Bakka Bu’aan Dhaabbata Baqattoota Idil Addunyaa simannaa taasisaniirufi.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.