Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanonni 299 Saawdii Arabiyaatii gara biyya isaanii deebi’an

Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanonni 299 Saawdii Arabiyaatii gara biyya isaanii deebi’an.
Lammiileen kanneen ragaa imalaa malee Saawdii kan seenan yoo ta’u, kaleessa Fulbaana 19,2013 gara biyya isaanii deebi’aniiru.
Mootummaa Saawdii waliin tumsa taasifameen kan deebifaman yoo ta’u, isaan keessaa 264 dubartoota, 35 daa’imman ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa FDRI beeksiseera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.