Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni kumni 1 fi 100 karaa seeraan alaa daangaa Taanzaaniyaa galaan to’annaa seeraa jala akka jiran imbsaasichi ibse

Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 100 karaa seeraan alaa daangaa Taanzaaniyaa galaan to’annaa seeraa jala jiraachuu Taanzaaniyatii Imbsaasiin Ityoophiyaa beeksise.
Imbaasichi torbe sadan darbanitti bulchiisoota Taanzaniyaa 4 mana amalaa sirreessaa keessaatti daawwannaa taasiseen lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 100 hidhamanii jiraachuu ibseera.
Daangaa Taanzaaniyaarratti karaa seeraan galuun poolisiin qabamanii murtoon hidhaa baatii 6 hanga waggaa 2tti kan itti murta’eedha jedhameera.
Sirreeffamtoonni hundi korniyaan dhiiroota yoo ta’an, umriin isaanii waggaa 14 hanga 46 keessaatti kan argamanidha jedhe imbaasichi.
Sirreeffamtoota waliin kan turan hedduun isaanii dandiirraatti du’aaf saaxalimuu himameera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.