Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 84 sanada hin qabne Beerutii deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 4, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 84 sanada hin qabne Beeruut-Libaanoosii gara biyyaa deebi’aniiru.

Waajjirri waliigala Qoonsiilaa Ityoophiyaa Liibaanoosiitti argamu akka ibsetti lammiileen kunneen gara biyyaa deebi’an kana dura warreen galma’aanidha.

Marsaa 9ffaan deebisuuf warreen galma’aan keessaa 84 kan ta’aan warreen sanadaa hin qabne ta’uu Qonsiilichi ibseera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.