Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 299 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Bitootessa 17, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 299 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.

Bakka bu’aan Daayreektara Jeneraalaa dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa idil addunyaa Booleetti argamuun deebitoota kanneen simachuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.