Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Sadaasa 2, 2013 (FBC)- Ityoophiyaannoonni 273 Saawuud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiileen Ityoophiyaa 273 har’a Saawuud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya isaanii deebi’uu Jiddaatti Qoonsilaan Jeneraalaa Ityoophiyaa beeksise.
Ityoophiyaanoota kanneen keessaa 134 guddattoota, 137 dubartoota fi 2 daa’imman ta’uu ibsameera.
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.