Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan tasgabbiifi nageenya Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdi- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Bitootessa 4, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Pireezidaantii Sudaan Kibbaa Saalvaakirifi Dursaa Ittaanaa Pireezidaantii Riik Maachaar waliin mari’ataniiru.

Mariisaaniin Ityoophiyaan tasgabbiifi nageenya Sudaan Kibbaa deeggaruuf kutannoo qabdu irratti ibsa kennuu ergaa gama miidiyaa isaaniin dabarsaniin eeraniiru.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Simannaa Pireezidaanti Saalvaakir jila isaaniif taasisaniif galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.