Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan qormaata keessa taatee filannoo gaggeessite – Preezdaant Saahilawarq

Finfinnee, Adooleessa 3, 2013 (FBC) – Preedaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen filattoonni obsaan filachuu isaanii galateeffatan.

Haalli nageenyaa boora’uun, weerarri Vaayrasii koroonaa fi dhimmi naannoo Tigraay qormaata ta’us filannoon bifa fooyya’aan gaggeeffamuu Preezdaant Saahilawarq ibsaniiru.

Filannoo qormaata keessatti gaggeeffame ta’uus raawwiin isaa fooyya’aa ta’uu kaasaniiru.

Filannoon karaa nagaan akka gaggeeffamu qaamolee qooda qaban hunda galateeffataniiru.

Bu’aa ibsameen kanneen injifataniin baga gammaddan jedhaniiru.

Filannichaan Ityoophiyaan moo’achuu isheef baga gammaddan jechuun ibsaniiru.

Afawarqi Iyyaayuutu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.