Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatte

Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) – Ityoophiyaan yeroo 3ffaaf Jiibuutiif Biqiltuuwwan kuma 62 laatteerti.

Ityoophiyaan bu’uura karoora Ashaaraa magariisaa biyyoota ollaatti babl’isuu qabatteen Jiibuutiif Bilqiltuuwwan erguu ishee Jiibuutiitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Birihaanuu Tsaggaayyeen eeraniiru.

Hanga ammaatti biqiltuuwwan kumni dhibbi 2 fi kumni 50 ol ergamuu Fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin eerrniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.