Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan IGAD waliin tumsaan hojjechuuf kutannoo qabdu mirkaneessite

Finfinnee, Bitootessa 27, 2015(FBC)- Ityoophiyaan dhimmoota naannawaarratti Misooma Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) waliin tumsaan hojjechuuf kutannoo qabdu mirkaneessite.

Jilli Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaafi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan durfamu Barreessaa Olaanaa IGAD Dooktar Warqinaa Gabayyoo waliin mari’achuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.