Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan gootota ijoolleesheen ni kabajamti- Ajajaa Olaanaa naannawaa dirqamaa

Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Biyya goototaa kan taate Ityoophiyaan  injifatamtees, diina kamiifuu jilnbeenfattee hin beektu bara kenyaattis hin salphattu wareegama gootota ijoolleesheen ni kabajamti jedhan ajajaa olaanaan naannawaa dirqamaarra jiran.

Ityoophiyaan seenaa keessatti biyya kamiiniyyuu weerarteefi qoccoltee kan hin beekne ta’uu yaadachiisaniiru.

Diinonni alaa birmnadummaa Ityoophiyaa salphisuufi uummata ishee hiraarsuuf yeroo maraa yaalanis kan hin milkoofneef ta’uu kaasaniiru.

Diinni hagam dhaadatus qophaa’ummaa xiinsammuunis ta’e meeshaan cimnee injifannoofi gootummaa kaleessa raawwanne itti fufsiisuufi injifannoo galmeessuu kan dandeessisu humna amansiisaa uumneerra jedhan.

Humna ittisaa diinota keenya abidda qabsiisaniin gara daaraatti jijjiiru uumneerra jechuu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.