Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan giddugala rabsa meeshaalee ittisa weerara vaayrasii koroonaa Afrikaa ta’uun filatamte

Finfinnee, Eebila 6,2012(FBC) – Ityoophiyaan giddugala rabsa meeshaalee yaalaa ittisa weerara vaayrasii koroonaa Afrikaa ta’uun filatamuu ishee Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa beeksise.
 
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee kanneeen guyyoota 9 keessaatii biyyoota Afrikaa 50f rabsee kan xumuru ta’uu ifoomseera.
 
Weerarri kun Afrikaatti tatamsa’inni isaa dabalaa dhufuun lubbuu lammiilee galaafachuu itti fufeera.
 
Maddi :-TOI
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.