Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan BIRCS’tti makamte

Finfinnee, Hagayya 18, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan garee ‘BRICS’tti miseensummaan makamuun ibsame.

Yaa’iin biyyoota ‘BRICS’ jedhamanii 15ffaan Afrikaa Kibbaatti gaggeeffamaa jira.

Yaa’icharrattis Ityoophiyaa dabalatee Arjantiinaa, Ijibti, Iraan, Saa’uda Arabiyaa fi Emereetonni Araba Gamtoomanii miseensummaa haaraan akka makaman murtaa’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.