Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jirti

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan Agarsiisa daldalaa fi Baazaarii idil addunyaa 38ffaa Sudaanirratti hirmaachaa jiraachuu ibsame.

Agarsiisa daldalaa fi Baazaaricharratti dhaabbileewwanii fi Imbaasiiwwan biyyoota garaagaraa hedduun hirmaachaa jiru jedhame.

Baazaarichi daldala, invastimantii fi qabeenya Tuuriizimii Ityoophiyaa addunyaatti beeksiisuuf kan gargaaru ta’uu ibsameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.