Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Jarman hojiilee dhiyeessii Bishaanii fi Anniisarratti tumsaan hojjechuuf walii galan

Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Haabtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Jarman Isteefan Awarni waliin mari’ataniiru.

Hojiilee dhiyeessii Bishaanii fi Inarjii hariiroo biyyoota lamaaniii caalmaatti cimsuu danda’anirratti waliin hojjechuuf walii galaniiru

Jarmanii fi Ityoophiyaan hariiroo waggoota 100 ol lakkoofsise qabu.

Jarman hojiilee imala misooma dhiyeessii anniisaa, bishaan dhugaatii, saaniiteeshinii fi ijaarsa dandeettirratti Ityoophiyaaf deeggarsi taasiistu murteessuu ta’uu kaasaniiru.

Ministeerichii fi Ambaasaaddarichi hojiilee kanneen cimsaanii itti fufuuf walii galaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.