Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa fi Israa’eel damee nageenya saaybariin waliin hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2013 (FBC) – Ityoophiyaa fi Israa’eel damee nageenya saaybariin waliin hojjechuuf waliigalteera ga’aniiru.

Daayreektarri olaanaa Eejansii Nageenya Infoormeeshinii Dooktar Shuumatee Gizaaw Itti Aanaa Ministira Nageenyaa Israa’eel Gaadii Yivaarkaan damee nageenya saaybariin waliin hojjechuu irratti mari’ataniiru.

Itti Aanaa Ministira Nageenyaa Israa’eel Gaadii Yivaarkaan biyyi isaanii damee nageenya saaybariin Ityoophiyaa deeggaruuf fedhii qabaachuu himaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.