Ityoophiyaa diinoota isheerraa baraaruuf hanga addaatti deemuun seenaa hojjechuuf qophiidha – Ogeeyyii Aartii
Finfinnee, Onkololeessa 20, 2014 (FBC) –Ogeeyyiin Aartii Ityoophiyaa rakkoo ishee muudaterraa baraaruun diinoota ishee qolachuuf hanga addaatti deemuun seenaa hojjechuuf qophii ta’uu mirkaneessaniiru.
Ogeeyyiin kunneen dhimmoota biyyaalessaaf deebii hatattamaa laachuuf hojiilee hedduu hojjechuu fi hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Hojiin Aartii seenaa waraana Ityoophiyaa keessatti qooda olaanaa qabaachuun kan yaadatamuudha.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.