Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa 0 – 1 Keeppi Vardee

Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Ityoophiyaa fi Keeppi Vardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Keeppi Vardeen xumurameera.

Taphni eegalamee daqiiqaa 9ffaa irratti Yaareed Baayyeen kaardii diimaa kallattiin dirree keessaa ba’eera.

Goolii Taphataan sarara fuulduraa Keeppi Vardee Huuliyyoo Taavaareez daqiiqaa 45ffaarratti galcheen Keeppi Vardeen goolii 1 fi 0n Ityoophiyaa injifatteerti.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.