Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii “Teeleebirr Suuppar Appi” ifoomse
Finfinnee, Bitootessa 14, 2015(FBC)- Ityoo-Teelekoom Appilikeeshinii tajaajiloota hedduu of keessaa qabu “Teeleebirr Suuppar Appi” jedhamu Gola Ambaa Saayinsiitti ifoomseera.
Appilikeeshinichi salphaa, mijataafi si’ataa akkasumas dhimmoota hedduu yeroo tokkotti keessummeessuu kan danda’u ta’uu ibsameera.
Saganticharratti Hojii Raawwachiistuu Olaantuu Ityoo- Teelekoom Firehiwoot Taammiruu dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa birooniifi keessummoonni kabajaa argamaniiru.
Addisuu Muluneetu gabaase.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.