Ityoo Teeleekoomii fi Baankiin Amaaraa waliigaltee kiraa giddugala moojuulara odeeffannoo mallatteessan
Finfinnee, Eebila 4, 2014 (FBC)- Ityoo Teeleekoomii fi Baankiin Amaaraa waliigaltee kiraa giddugala moojuulara odeeffannoo mallatteessaniiru.
Waliigaltichas kan mallatteessan Hojii Raawwachiftuun Ityoo Teeleekoom gama isaaniin, waliigalteen taasifamee qabeenya sirnaan fayyadamuun faayidaa olaanaa akka qabu ibsaniiru.
Meeroon Mulgeetaatu gabaase
Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.