Fana: At a Speed of Life!

Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa hojii eegalchiise

Finfinnee, Bitootessa 13, 2014 (FBC)- Ityoo Poostaan hundeeffamaa waggaa 128ffaa sababeeffachuun giddugala Muuziyeemii Teembirii addaa hojii eegalchiiseera.

Ministirri Ministeera Geejibbaa fi Loojistikii aadde Daagimaawwit Mogas fuula miidiya hawaasa isaaniin akka ibsanitti, Ityoo Poostaan kenniinsa tajaajilaasaa foyyeessuun tajaajila ammayyaa laachuuf ejjennoo uumuurratti argama jedhaniiru.

Karoora misooma waggaa 10 fi hojiiwwan gurgruddoo riifoormii loojiistikii keessaa ga’umsi dhumaa tajaajila loojistikii galmaan ga’uuf shoora olaanaa akka qabu himaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.