Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuufi
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Itti Aantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Faraansiyaa Elenaa Markuweez Miina Ityoophiyaatti daawwannaa hojii taasisuuf ta’uu Ministeerri Dhimmaa Alaa beeksiseera.
Faraansiyaa Elenaa Markuweez Miinaan guyya har’aa Finfinnee ni galuu eegama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.