Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Finfinnee galan

Finfinnee, Amajjii 26, 2014 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Gaambiyaa Isaatuu Tooraay Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 35ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.

Jilli Itti aanaa Preezdaantichaan durfamu wayita Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee ga’uu Ministira Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaa fi Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo dabalatee hoggantoota mootummaa olaanoon simannaan taasiifameefira.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.