Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin erga baga gammadanii dabarsan
Finfinnee, Bitootessa 21, 2013 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonnin Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa gara Waancaa Afrikaatti darbuun walqabatee erga baga gammadanii dabarsan.
Haaluma walfakkaatuun Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee Gareen Biyyaalessaa Ityoophiyaa gara Waancaa Afrikaatti darbuun walqabatee erga baga gammadanii dabarsaniiru.
Ityoophiyaanootni Magaalaa keenya, biyya keenyaa fi Addunyaa mara jirtan ijoollee jaalatamoon keenya warri Waaliyaa waggaa saddeetiin booda dorgommii Waancaa Afrikaatiif darbuu isaanitiin baga gammanne jedhaniiru.
Aadde Adaanach gara fuula duraattis madda injifannoo boonsaa akka ta’an amantaa guutuun irraa qabas jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.