Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan
Finfinnee, Caamsaa 9, 2015(FBC)- Ittaantuun Pireezidaantii Riippaabiliika Kolombiyaa Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz daawwannaa hojiif Ityoophiyaa galan.
Firaansiyaa Iileenaa Maarkiiwuuz wayita buufata xiyyaaraa idil addunyaa Boolee gahan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar Eergoogee Tasfaayeefi Hoggantoota olaanoo Ministeera Dhimma Alaa biroon simatamaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.