Fana: At a Speed of Life!

Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsan

Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Ittaanaa Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Adama Faaraah Ayyaana qillee ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin ga’ee dabarsaniiru.

Obbo Adam Faaraah ergaa isaaniin, ayyaanichi kan nagaa, gammachuu, araaraa, gaarummaa fi arjummaa akka ta’u hawwii gaarii qaban ibsaniiru.

Ayyaanicha wayita kabajnus kanneen rakkataan gargaaruun, kanneen humna hinqabne kunuunsuun, kan daaran uwwisuun lammiilee sirreeffama seeraa jala jiran gaafachuun akka ta’uu gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.