Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa cimee itti fufuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaatti Qonni Magaalaa bal’inan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Ministira Muummee FDRI beeksiise.

Magaalaa Finfinneetti qonni magaalaa oddoo keessatti hojjetamaa jiru wabii nyaataa mirkaneessuun guddina diinagdee waaraan fiduuf gahee olaanaa qabaachuu ibseera.

Hojiin kun ollaa gaarii fi hawaasa cimaa uumurra darbee oomisha ho’aa argachuuf haala mijataa uumuu himeera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.