Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan yeroon bilisummaa diinagdee itti mirkaneessitu fagoo miti – Obbo Awwaluu Abdii

Finfinnee, Sadaasa 11, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin godina Jimmaa aanaa Qarsaatti facaasaa Qamadii Jallisii Bonee gaggeessaniiru.

Itiyoophiyaan yeroon bilisummaa diinagdee itti mirkaneessitu fagoo miti jedhan Obbo Awwaluu Abdiin.

Oromiyaatti barana misooma jallisiin lafa hektaara miiliyoona 2.6 iirratti qamadii misoosuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu ibsaniiru.

Bulchaan godina Jimmaa Obbo Tijjaanii Naasir gama isaaniitiin, misooma jallisii bara kanaatiin godinichatti lafa hektaara kuma 400 irratti qamadii misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu dubbataniiru.

Muktaar Xahaafi Amiinaa Abadallaatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.