Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan waliigatee karra galanaa argachuu mallatteessite

Finfinnee, Mudde 22, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan waliigaltee karra galaanaa itti argattuu Somaaliilaandi waliin mallatteessiteetti.

Waliigaltichas Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Pireezidaantii Somaaliilaandi Muse Baahii mallatteessuu TOI gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.