Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Shaampiyoonaa Biskileettiin Meedaaliyaa Nahaasii 3ffaa argatte

Finfinnee, Fulbaana 30, 2017 (FBC) – Shaampiyoonaa Biskileettii Afrikaa Keeniyaa Eldooreetiitti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan dorgommii walmakaan meedaaliyaa Nahaasii 3ffaa argatte.

Shaampiyoonaan Biskileettii Afrikaa Kaleessaa eegalee Keeniyaa Eldooreetiitti gaggeeffamaa jiraachuu ragaan Ministeera Aadaa fi Ispoortirraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.