Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan fiigicha meetira Kuma 1 fi 500 Dubartootaan Warqee argatte

Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Mana Keessaa Gilaasgowutti gaggeeffameen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 Dubartootaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa Warqee argatteetti.

Fiigichicha Atileet Firewayiin Haayiluun 1ffaa ba’uun meedaaliyaa Warqee argamsiisteetti.

Haaluma walfakkaatuun dorgommicha meetira 800’n Atileet Tsiggee Dhugumaa 1ffaan xumuruun meedaaliyaa Warqee argamsiisteetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.