Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdiin meedaaliyaa Warqee argatte

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Itiyoophiyaan dorgommii Teenisa Dirree idil addunyaa guddattootaa cimdii dhiirootaan Jaappaanii fi Hindi injifachuun meedaaliyaa Warqee argatte.

Itiyoophiyaan damee kanaan yeroo jalqabaaf Meedaaliyaa Warqee argachuu isheeti.

Daawiit Shalammaa fi Daawiit Fissahaan 64/ 25 fi 10/5n dorgommicha injifachuun shaampiyoonaa ta’aniiru.

Dorgommiin Teenisa Mijaalaa Afrikaa qopheessummaa Itiyoophiyaan gaggeeffamaa ture har’a milkiin xumuramuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiseera.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.