Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa wareegama keenyaan ijaaramte wareegama keenyaan ni eegganna- Hawaasa Magaalaa Finfinnee fi Godina addaa

Finfinnee, Hagayya 2, 2013 (FBC)- Gocha badii garee shororkeessaa ABUT balaaaleeffachuu fi Raayyaa Ittisa Biyyaa cinaa dhaabbachuuf agarsisuuf hawaasni Magaalaa Finfinnee fi naannawaashitti argaman fardeeniin dabaalamuun Addabaabaayi Masqalaatti hiriira bahuun sagalee isaanii dhaggeessisaniru.
Hiriira kanarratti dhaadhannoowwan”Itiyoophiyaa wareegama keenyaan ijaaramte wareegama keenyaan ni eegganna,Goticha Rayyaa Ittisa Biyyaa keenyaaf Kabajatu malaaf,Seenaa gootummaa malee seenaa gantummaa hin qabnu,Gidduu seentummaan biyyoota lixaa haa dhaabbatu”kan jedhu fi kanneen biroo dhagga’amaa jiru.
Daagmaawii Deegsiisaatu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.