Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Singaappoor damee geejibaa fi dhimmoota gamlameerratti waloon hojjechuuf waliigalan

Finfinnee, Caamsaa 29, 2016 (FBC)- Mootummaan Itiyoophiyaa fi Singaappoor damee geejibaa fi dhimmoota gamlameerratti waloon hojjechuuf waliigltee mallatteessaniiru.

Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Masaraa Mootummaa Istaanaa Rippaabilikii Singaappooritti turtii taasisaniin, dureewwan biyyoota lameenii marii gamlameerratti waliigaltee mallateessaniiru.

Akkasumaas Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii fi Ministeera Geejjibaa Singaappoor gidduutti walgalteen fedhii mallatteeffameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.