Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Joordaan eegumsaa hambaalee fi Damee Turiizimiin waliin hojjechuuf waliigalaniiru

Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin Ministira Tuurizimii Yoordanoos Makraam Musxafaa waliin dhimmoota waloon hojjechuu dandeessisanirratti marii gaggeessaniiru.

Itiyoophiyaafi Yoordanoos damee Seenaa, Aadaa fi Amantaan kan walitti hidhaman ta’uu Ambaasaaddar Naasiseen eeraniiru.

Kuufamaa Turizimii waloo qophessuun waliin hojjechuuf waliigaluu ibsaniiru.

Ministirri Turizimii Yoordanoos Makraam Musxafaan gamaasaaniin, Itiyoophiyaa biyyaa ,Seenaa, Aadaa fi argamaa bareedinaa qabeenyaa uumamaa ta’uu eeruun, damee Turizimiin waloon hojjechuuf waligaluun ummatoota biyyoota lameeniifi gahee olaanaa qbaaachuu dubbataniiru.

Zaman Bayyaanatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.