Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 5 mallatteessan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Fiinlaandi waliigaltee deeggarsa Yuuroo miiliyoona 5 mallatteessaniiru.

Waliigalteen kun bara Faranjootaa 2025 – 2028tti hojiirra kan oolu yoo ta’uu, qulqullina barnootaa dhugoomsuuf deeggarsa taasiifame ta’uu eerameera.

Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Samariitaa Sawaasawuu fi Ministirri Ministeera Daldala alaa fi Misoomaa Fiinlaandi Viileetaaviiyoon waliigalticha mallatteessuu ragaan ministeera Maallaqaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.