Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee mallatteessan

Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Angoolaan waliigaltee tumsaa mallatteessaniiru.
 
Waliigaltichas Walga’ii 44ffaa Ministiroota Dhimma Alaa Gamtaa Afrikaa Gaggeeffama jiru cinaatti Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsqasilaaseen gita isaanii Angoola Teetee Antooniyoo waliin mallatteessaniiru.
 
Waliigaltichis walta’iinsa fi waltajji marii siyaasaa taasisuuf kan tumsu ta’uu ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.