Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa 0 – 0 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC) – Taphni Gulaallii Waancaa Afrikaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa fi gita isaa kan Taanzaaniyaa gidduutti taphatame qixa xumurame.
Taphni gulaallii jalqabaa Waancaa Afrikaa Taanzaaniyaa Magaalaa Daaresalaamitti gaggeeffame kun galchii malee qixaan xumurameera.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.