Fana: At a Speed of Life!

Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Ruwaanadaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwatan

Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) – Itaamaajoor Shumiin Waliigalaa Ruwaandaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaa fi jilli isaanii mooraa Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa daawwataniiru.

Jilichaaf Ajajan Humna Qillensaa Itiyoophiyaa Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan simannaa taasisaniiru.

Jili Itaamaajoor Shumii Ruwaanadaa Jeneraal Mubaarak Mugaagaan durfamu kun mana baruumsa balallii humna qilleensaa fi Giddugala Suphaa Aveeyishinii Humna Qilleensichaa keessatti argamu daawwateera.

 

Letenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan Itaamaajoor Shumii Waliigalaa Ruwaandaaf kennaa kennuu ragaan Raayyaa Ittisa Biyyaarra argame ni mul’isa.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.