Ispoortii
Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera.
Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11, 2023 kan eegaluu ta’uun ibsameera.
Gaafa sirna baniinsaas Shaampiyoonaan Ingiliizii fi Awurooppaa Maanchistar Sitiin, Baarnileey waliin kan taphatuu ta’uun…
Read More...
Rikardii haaraan Atileet Lammeechaa Girmaan galmeesse ragga’eef
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommii Fiigichaa mana keessaa meetira kuma 3 Paariis irratti rikardii haaraan galmeesse ragga’e.
Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommicha daqiiqaa 7, sekoondii 23 fi…
Waaliyaawwan tapha gulaallii ramaddii 5ffaa Maalaawwii waliin qabaniif qophii eegalan
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 5ffaa Maalaawwii waliin qabuuf qophii taasiisuu eegaleera.
Garichi har’a Isdaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsii…
Atileet Lammeechaa Girmaan fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 rikardii cabsuun injifate
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)-Atileet Lammeechaa Girmaan dorgommiin fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Daaymandi Liigii Paaris rikardii addunyaa cabsuun injifate.
Atileet Lammeechaa fageenyicha daqiiqaa 7 Sekoondii 52 fi…
Fiigichi Maaraatoonii Atleetoota biyyoota 6 hirmaachisu Dilbata dhufu Asmaaraatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2015 (FBC) – Ityoophiyaa dabalatee Atleetoota biyyoota 6 kan hirmaachisu Fiigichi Maaraatoonii Asmaraa Dilbata dhufu Asmaaraatti kan gaggeeffamu Komishiniin Aadaa fi Ispoortii Eertiraa beeksiise.
Fiigichi…
Liyooneel Meesiin Intar Maayamiitti imaluufi
Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyooneel Meesiin kilabaa isaa Faransaay PSJ gadi lakkisuun garee Kubbaa miilaa Ameerikaa Intar Maayamii seenuufi.
Gara Intar Maayamiitti imaluun Meesii Awurooppaan…
Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner sanyummaan arrabsan adabaman
Finfinnee, Caamsaa 29, 2015 (FBC) – Namootni taphataa Riyaal Maadrid Viinisheyes Juuner arrabsoo sanyummaan arrabsan 7 adabamaniiru.
Namootni afur Yuuroo kuma 60 yoo adabaman, dabalataan waggoota lamaaf dirree galanii akka kubbaa hin…