Ispoortii
Kaadhimamtoonni taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifooman
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2016 (FBC) – Konfedereeshiniin Kubbaa Miilaa Afrikaa tarree kaadhimamtoota taphattoota ciccimoo Afrikaa 2023 ifoomseera.
Taphattoonni 30 badhaasa taphattoota ciccimoo bara 2023’f kan kaadhimaman yoo ta’uu, 20 kilaboota Afrikaa keessa kan taphatan ta’uu ibsameera.
Mahaammad Saalaahii, Riyaad Maahireez, Ashiiraaf…
Read More...
Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaan Adaamaan Dirree Dhawaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Taphoota Piriimaayeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 5ffaa har’a waaree booda gaggeeffameen Kilabni Magaalaa Adaamaa Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 2 fi 1n injifateera.
Adaamaan bu’aa har’a galmeesse…
Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf Baalaandooriin injifate
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Liyoonel Meesiin yeroo 8ffaaf badhaasa Baalaandoorii 2023 injifateera.
Sirni badhaasa Baalaandoor 2022/2023 Faransaay Magaalaa Paariisitti gaggeeffameera.
Haaluma kanaan dhiiraan taphataan sarara…
Pireezidaantiin duraanii Waldaa Kubbaa Miilaa Ispeen waggoota sadiif ugguraman
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC)- Fiifaan Pireezidaantii Duraanii Waldaa Kubbaa Miilaa Ispeen Luuwis Ruubiyaales irratti uggura dabarseera.
Haaluma kanaan dhimmoota ispoortiin walqaban kamirraayyuu waggoota sadiif akka ugguraman…
Gareen Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaan Dirree isaarratti akka taphatu hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa ulaagaa guutuun Dirree isaarratti akka taphatu xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Aadaa fi Ispoortii beeksiise.
Yaa’iin…
Maanchiister Yuunaayitiid 0 – 3 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Taphni darbii Maanchuriyaan olaantummaa Maanchiisteer Siitiin xumurameera.
Taphoota Pirimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Kilaboota masaanuu lamaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa…
Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Beejiing injifate
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2016 (FBC) – Atileet Dheereessaa Galataa Fiigicha Maaraatoonii Haayinaa Beejiinitti gaggeeffame injifateera.
Atileet Dheerreessaa Galataan fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 7 fi sekondii 41 xumuruun 1ffaa yoo…