Ispoortii
Ramaddiin Nuusa xumuraa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC) – Ramaddii nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal Baayerni Muunik waliin ramadame.
Riyaal Maadriid Maanchiister Siitii,
Atileetiikoo Maadriid Boorishiyaa Doortimand,
PSGn Baarseloonaa waliin ramadamaniiru.
Taphoonni nuusa-xumuraa marsaan jalqabaa Eebla 1-2, 2016 kan taphataman yoo…
Read More...
Taphni deebii Shaampiyoonsi Liigii Kilaboota Awurooppaa galgala har’aa ni taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 3, 2016 (FBC)- Tapha galgala kana taphatamuun Arsenaal dirree isaa Filaayi Emireetirraatti kilaba Porchuugaal Poortoo keessummeessa.
Torbee lamaan dura kan waliin taphatan kilaboonni lamaan Poortoon dirree…
Liivarpuul 1 – 1 Maanchiisteer Siitii
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Piriimaayeer Liigii Ingilaandiin taphni hawwiin eegamaa ture qixaan xumurame.
Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandi torbee 28ffaa galgala kana taphatameen Liivarpuulii fi Maanchiister Siitiin galchii 1…
Pirimeer liigii Ingilaandiin galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) - Taphoota Pirimeer liigii Ingilaandiin torbee 28ffaan galgala kana falmiin Liivarpuuliif Maanchistar Siitii ni eegama.
Piriimeer liigii Ingilaandiin bara kana kilaboonni sadi garaagarummaa qabxii…
Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste
Finfinnee, Bitootessa 1, 2016 (FBC) -Itiyoophiyaan Taphoota guutuu Afrikaa 15ffaa bara 2031 qopheessuuf fedhii qabaachuu beeksiiste.
Ijipti taphoota guutuu Afrikaa 14ffaa bara 2027 gaggeeffamu akka qopheessituuf filatamteerti.
Koongoo…
Manchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifate
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Tapha Piriimiyer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan Maanchister Yuunaayitid Evertaniin 2 fi 0’n injifateera.
Galchiiwwan Maanchister Yuunaayitidiin injifachiisaan Maarkas Raashfordii fi Buruunoo…
Sirni baniinsa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaa gaggeeffame
Finfinnee, Guraandhala 30, 2016 (FBC)- Sirni baniinsa Tapha Guutuu Afrikaa 13ffaan hanga Bitootessa 13, 2016'tti turu Gaanaa Akraatti gaggeeffameera.
Sirna baniinischaarratti, Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii…