Ispoortii
Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40’ffaan Waxabajjii 30 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2016 (FBC)- Dorgommiin Maaraatoonii Kumalaa Abbabaa Biqilaa 40ffaan Waxabajjii 16, 2016 gaggeeffamuuf ture Waxabajjii 30, 2016 akka gaggeeffamu ragaan Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Haaluma walfakkaatuun Waxabajjii 11-15, 2016 gaggeeffamuuf kan ture Shaampiyoonaan atileetiksii Umrii 20…
Read More...
Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2016 (FBC)- Tapha Gulaallii Waancaa Afrikaa ramaddii 4ffaan Itiyoophiyaa fi Jibuutiin qixa xumuran.
Itiyoophiyaa fi Jibuutiin Morookootti galgala kana tapha gaggeessaniin 1 fi 1 qixa xumuraniiru.
Miniyiluu…
Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’an
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) – Lammiin Xaaliyaanii Eenzoo Maareeskaan leenjisaa Cheelsii ta’uun mallattoo isaanii kaa’an.
Cheelsiin jijjiirraa Eenzoo Maareeskaaf Yuuroo miiliyoona 10 kan kaffalu ta’uu eerameera.…
Jilli garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa gara Giinii Bisaw imale
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Jilli garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii Waancaa Addunyaa taphachuuf gara Giinii Bisaw imale.
Jilli taphattoota 23 of keessatti hammate kun halkan har’aa Magaalaa Bisaw…
Lammeechaa Girmaan Fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3’n sa’aatii saffisaa galmeessuun injifate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2016 (FBC) –Fiigicha gufachiisaa Daayimandi Liigii meetira kuma 3’n Siwiidiinitti gaggeeffamee Atileet Lammeechaa Girmaan sa’aatii saffisaa galmeessuun injifateera.
Dorgommicha Atileet Lammeechaa Girmaan…
Fiigicha Kiiloo Meetira 10 Maadriditti fiigameen dhiiraan Atileet Daawwit Waldeen yoo injifatu,…
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 10 Ispeen magaalaa Maadriditti fiigameen dhiiraan Atileet Daawwit Waldeen yoo injifatu, dubartootaan Atileet Xirunash Dibaabaan sadarkaa 3ffaan xumuruu ibsameera.…
Kiliyaam Mibaapeen Riyaal Maadriditti makame
Finfinnee, Caamsaa 25, 2016 (FBC) – Taphataan Sarara fuulduraa Faransaay Kiliyaam Mibaapeen jijjiirraa bilisaan Riyaal Maadriditti makameera.
Waliigaltee waggaa 5 mallatteessuun ifatti kilabichatti makamuu ibsameera.
Waliigateen PSG…