Ispoortii
Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan xumurame
Finfinnee, Ebla 17, 2016 (FBC)-Dorgommiin Tapha Guutuu Oromiyaa 26ffaan Magaalaa Jimmaatti gaggeeffamaa ture Olaantummaa Magaalaa Shaggariin xumurameera.
Dorgomicharratti, Hogganaan Biiroo dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa Obbo Maatiyoos Sobboqaa haasawaa taasisaniin, Taphni Guutuu Oromiyaa bakka argama ispoortessitoota ciccimoo fi waltajjii…
Read More...
Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuul injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2016 (FBC) - Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi halkan kana taphatameen Eevartan galchii 2 fi 0n Liivarpuu injifateera.
Liivarpuul yeroo murteessatti qabxii gatuu hordofee garaagarummaan morkattoota isaa waliin qabu…
Embaasichi dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu isaa ibse
Finfinnee, Ebla 15, 2016(FBC)- Piriitooriyaatti Embaasiin Itiyoophiyaa Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaan injifannoo galmaa’eef gammachuu itti dhaga’ame ibse.
Dorgommo Buunyaa Afrikaa kibbaa Mgaalaa Darbaanitti…
Dorgommii Buunyaan Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’an xumurte
Finfinnee, Ebla 14, 2016 (FBC)- Dorgommii Buunyaa Afrikaa Waancaa Maandeellaarratti Itiyoophiyaan meedaaliyaawwan ja’a argachuun xumurteetti.
Dorgommichaan Itiyoophiyaan Meetii 3 fi Nahaasa 3’n dorgommicha xumuruu dandeesseetti.…
Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Veennaa injifate
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Atileet Caalaa Raggaasaan fiigicha Maaraatoonii Awustiriyaa magaalaa Veennaatti dhiirota gidduutti dorgomame injifateera.
Atileet Caalaan fageenyicha sa'aatii 2 fi daqiiqaa 6 fi sekondii 35 xumuruun…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan sadarkaa 2ffaan xumure
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Fiigicha Maaraatooniin Landaniin Atileetoonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu sadarkaa 2ffaan xumuran.
Dorgommii Maataatoonii Landan Dhiirota gudduutti fiigameen Atileet Qananiinsaa Baqqalaan 2ffaan…
Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa injifatan
Finfinnee, Ebla 13, 2016 (FBC) - Fiigichi kiiloomeetira 5 Keeniyaatti gaggeeffameen Atileetonni Itiyoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Dorgommii dubartoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Maartaa Alamaayyoow daqiiqaa 15 fi…