Ispoortii
Ingilizii fi Neezerlaandi keessaa Ispeen waliin kan morkatu har’a adda ba’a
Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)-Waancaa Awurooppaa 17ffaan tapha har’a gaggeeffamuun gareen Ispeen waliin Waancaaf Morkatu har’a adda ba’a.
Tapha har’a Ingilizii fi Neezerlaandi gidduutti taphatamu akkaan kan eegamuudha.
Taphichi halkan sa’aatii 4:00 irraa eegalee kan gaggeeffamu yoo ta’u, tapha xumuraa waancaa Awurooppaaf darbuuf morkii…
Read More...
Ispeen tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Tapha Walakkaa xumuraa halkan kana taphatameen Ispeen, Faransaay injifachuun tapha xumuraa Waancaa Awurooppaaf dabarte.
Ispeen galchii 2 fi 1n Faransaay injifachuun tapha waancaaf geesserti.…
Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kenname
Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC) - Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa bara 2016 kan ta'e Kilaba Kubbaa Miilaa Baankii Daldala Itiyoophiyaaf badhaasni kennameera.
Taphattoota, Leenjiftootaa fi miseensota kilabichaa biroof…
Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa injifate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Bunni Itiyoophiyaa Waancaa Itiyoophiyaa bara 2016 injifateera.
Bunni Itiyoophiyaa tapha xumuraa waancaa Itiyoophiyaa Waalaayittaa Diichaa waliin taphate galchii 2 fi 1n injifachuun Geeba Itiyoophiyaa…
Atileet Abrahaam Simeen fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfate
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) –Atileet Abrahaam Simeen fiigicha Daayimandi Liigii gufachiisaa meetira kuma 3 Paarisitti gaggeeffame inijfateera.
Atileet Abrahaam fageenyicha daqiiqaa 8:02.36 xumuruun injifateera.
#Oromia…
Fiigichi Maaraatoonii Atileet Kumalaa Abbabee Biqilaa 40ffaan Atileetoota 324 hirmaachise…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Fiigichi Maaraatoonii Atileet Kumalaa Abbabee Biqilaa Atileetoota 324 hirmaachise Naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaatti gaggeeffameera.
Dorgommii dhiitoota gidduutti gaggeeffameen Atileet Gosaa…
Fiigichi daandirraa mata duree, “Hunduu nageenyaaf, nageenyi hundaaf’ jedhu magaalaa…
Finfinnee, Waxabajjii 30, 2016 (FBC) – Walta'iinsa Biiroo Dargaggoofi Ispoortii Oromiyaafi Biiroo Bulchiinssafi Nageenyaa Oromiyaan akka naannoo Oromiyaatti fiigichi “Nageenyi Hundaaf; Hunduu nageenyaaf” jedhu Magaalaa Ambootti…